Kanas illali Mararaa Guddinaa
- “ Abbaan haqaa (dhugaa qabu) yoo callise diinni namarratti koora ”
- “ Ajittiin kun anaan na ajjeeste malee, seenaa koof sochii ummata Oromoo hin ajjeeftu ”
- “ Namni bilisummaa hin qabne sareedha, keessattuu saree fayyaa hin qabne. ”
- “ Oromoon yoo oodeenuu diina ofirraa kaasa! ”
- “ Qawwee dandeenyu haa tolfannuu, dadhabnu qabeenya qabnuun haa bitannuu, dadhabnu diina keenya irraa haa hiikkannuu. ”
- “ Ummata cinaa keenya hin geenyee kana Qawwee dhiisnee, irraa binnee itti gurguruu baannanuu torban takkatti biyya teenyaa keessaa yaafna! #” Jaarraa Abbaa Gadaa qabsaa'aa mirga dhala namaa.