- “ Bosonaa bahanii biyya bulchuun ni danda'ama, Garuu Digiriin bosonaa hin argamu. ”
- “ Dimookiraasiin xoobiyaa tarkaanfii tokko fuul-duratti lama immoo gara duubatti deemti. ”
- “ Saamichi lafaa haa dhaabbatuu! Stop land grabbing! ”
- “ Ummatni yoo waan nyaatu dhabe, Mootummaa isa bulchu nyaata ”
- “ Waaqaaf warri adiinillee nama jabaate qarqaaru ”