Wq/om/Adam Saadoo

< Wq‎ | om
Wq > om > Adam Saadoo

Kanas Ilaali Baqqalaa Garbaa

  1. “ Gara feetan nu geessaa, dubbiin garaa nubaate garatti deebitee jirti. kanaa achi waan feetan nu godhuu ni dandeessu ”
  2. “ Lubbuun gaafa dhalatte duute, du'a sodaa haqarraa hin dabin. ”
  3. “ Sunsumni jijjiiramuus, abiddi ummata gubaa jiru sanuma. ” Adam Saadoo
    Icciitii qabsoo fi qabsoo ijoollee Oromoo Baalee