Wq/om/jechamoota

< Wq‎ | om
Wq > om > jechamoota
   1. Tola fudhate 			Itti hin kafalle 
   2. Tola kenne 				Badhaase, arjoome 
   3. Tuffatamaa 				Jibbamaa
   4. Tulluu biyya  			Kabajamaa, ulfaataa
   5. Tulluu dhiiba		           Ofumaa dadhaba
   6. Tulluu qaari’e 			Fagaate 
   7. Saree masgiida lixxe-                    salphate
   8. Soorama ga’e 			dulloome 
   9. Soqe					Barbaade
   10. Soqee arge  				barbaadee arge 
   11. Suphe					Haaromse
   12. Suubboo ta’e  			            niitii fuudhe 
   13. Taasise					Godhe, Xumure
   14. Qote 					Gidiraa yaade 
   15. Quba cabse 			Salphise 
   16. Quba hin qabu 			Hin beeku 
   17. Quba kaaye				Arrabse, Busheesse
   18. Quba qaba 				Ni beeka 
   19. Qubee kenne			Kaadhimmate 
   20. Qubee lakkaaye 			Barate 
   21. Qullaa dhaabate 			Salphate, rakkate
   22. Quufa dadhabe 			Ni boone 
   23. Quuxalaaye 			Qophaa’e 
   24. Raabsee jira  			hire, kenne 
   25. Raacha fakkaate 			bokokee, fokkise 
   26. Raafame  				jeeqame 
   27. Raagaa dhokse			Waakkate
   28. Raage  				bara guure 
   29. Raata’e  				gara wallaale 
   30. Qeerransa ta’e 			Ni lole