Wq/om/Mahaammad Rashaad

< Wq‎ | om
Wq > om > Mahaammad Rashaad
  1. “ Anaafi waahilli kiyya biyyaa baanee biyya Islaamaa dhaqnee rakkoo sabni keenya qabu itti himnee hidhannoo akka nuuf kennan kadhanna. Achirraa hidhannee boombii harkatti qabannee tokkoon keenya gara magaalaa Cirootti deebine, yeroo takka keessatti Ashkaroota bakka lameenuu jiran boombiidhaan daaraa gooneti Saba keenya bilisoomsina. ” Mahaammad Rashaad