Wq/om/Maartii Luuter Xiqqaa

< Wq‎ | om
Wq > om > Maartii Luuter Xiqqaa

Maartiin Luuter Kiingi Xiqqaa(Jr). (Amajji 15, 1929 – Eebila 4, 1968) was an lammii Ameerikaa hidda dhalata Afrikaa fi rogeessa beekamaa dubbii babbareedaa dubbachuun beekamu akkasumas, 1955nii hanga 1968 ajjeechaan bu'aa siyaasaa irratti raawwatamuutti hogganaa warraaksaa uummataa Ameerikaa kan ture.

  1. The great consolation in life is to say what one thinks.
    • Jireenya keenya keessatti wanti guddaan waan yaanne dubbachuu dha. Maartiin Luuter
  2. If a man hasn't discover some thing that he will die for he isn't fit to live.
    • Namni waan du'uuf barbaadee yoo hin arganne jiraachuuf gahaa miti. Maartiin Luuter
  3. It maybe true that the law cannot make a man love me, but it can keep him from lynching me, and I think that's pretty important.
    • Seerri namni akka na jaalatu gochuu dadhabuun isaa dhugaa ta'uu danda'a, garuu namni akka na hin miine gochuu danda'a. Kun baay'ee murteessaa dha. Maartiin Luuter