Wq/om/Maammoo Mazammir

< Wq‎ | om
Wq > om > Maammoo Mazammir
Koloneel Maammoo Mazammir (1929 - 1969) qabsaawaa mirga Oromooti. Koloneel Maammoon sababa qabsoo mirga Oromootif gochaa tureen murtiin du'aa itti murteeffamee ajjefame.
  1. “ Duuti koo du'a gootati! Dhiigni kiyya dhiiga bilaash dhangala'ee miti. dhiiga saba kiyya bilisoomsuf dhangala'eedha. ” Dhibbaalaa Maammoo Mazammir
    Wayita Haayile Sillaaseen murtii du'aa itti murteessee fannifamuuf deemutti.