Wq/om/Jechoota Qeerroo Oromoo

< Wq‎ | om
Wq > om > Jechoota Qeerroo Oromoo
  1. “ Federaaizimiin biyya Itoophiyaa sheemis sheeris hin qabu. ”
  2. “ Haa tokkoomnu! kophummaan kan bareedu mana fincaanii qofa keessatti. ”
  3. “ Qabsoon keenya hanga duunee ykn hidhamnee dhumnutti qofaa miti. hanga mirgiif daangaan keenya nuuf kabajamutti. ”
  4. “ Rakkoon qabsoo Oromoo rakkoo hoggansaati. Hayyootni keenya mari'adhaa, Ummata dursaa malee Ummatni tokko ta'ee waliin hiriiruuf kutatee, muratee ka'eera. ”
  5. “ Lafa koo dhabuutu na sodaachise! Lafa koo dhabee beelaan ilmaan koo dhumurra, Lafa koorratti du'uu naaf wayya. ” Qeerroo Oromoo
  • Fincila diddaa gabrummaa irratti.