Wq/om/Haacaaluu Hundeessaa

< Wq‎ | om
Wq > om > Haacaaluu Hundeessaa

Haacaaluu Hundessa (1985-2020) weellisa Oromoo, barreessaa walaloo fi yeedaloo sirbaa, sabboonaa fi qabsaawaa mirga Oromooti. Haacaaluun weellisaa Oromoo jaalatamaa yoo ta'u eenyummaa fi aadaa Oromoo guddisuurratti of kennee hojjata. Haacaaluun seenaa fi aadaa Oromoo akka beekkamu gochuuf tattaafachuu isaatin ummata biratti beekkama.

  1. “Ani Oromoof Qaalidha.”
  2. "Seenaa rirmi hin nyaatu."