J E C H A M O O T A
F I L A T A M O O Jechama Mi'aahaa YerooeditHin beeku, hin danda'u hin jedhin. Wanti hunduumtuu kaka'umsaafi yaalii dhala namaarraan argamani. Rechard Branson kitaaba isaa "screw it let's do it" jedhu irratti akka barreessetti "Hojjettoonni koo kaamphaanii Varjin obbo eeyyee (Mr yes) jedhanii na waamu. Sababiinsaa hin hojjennu waanan hin jenneefi. Wantoota hojjechuu dhiisuu caalaa wantoota hojjechuuf caalaatti karaan natti mul'ata. Ejjennoonkoo (murtoonkoo) "maarree ha hojjennuu" Kan jedhuudha. Waan kana akkan itti hojjedhu waanan hin beekneef hin danda'u jedhee hin beeku. Nan yaala. Seeroonni waa'ee hin baafne hojjechuu irraa na hin dhowwan.
Guyyaa - Muddee 27, 2024
Welcome to the Oromo Wikiquote. This series of pages is for a test-wikiquote in the Oromo language. Your Quote input here will be appreciated. The request for the creation of the Oromo Wikiquote will be approved if and when there is sufficient page or Quote content. When it is approved, all content here would be moved to the actual Wikiquote. Because this is a test-wikiquote all page here must begin with the format [[Wq/om/Name of article]]. For example, an article about Afaan Oromoo should be titled here as Wq/om/Afaan Oromoo. (Of course in the actual wikiquote, the article would be titled as [[Afaan Oromoo]].) Afaan Oromoo speakers are encouraged to create as many top-quality Page as possible. Please click on Help Mammaaksa Oromoo * Hayyoota Oromoo * Tarree Biyyootaa * Tarree Hayyootaa Wiikota ObbolaawwaneditWikikoot kan hojiirra oolu dhabbata bu'aaf hin hojjenne Dhaabbata Wikimiidiyaa, piroojektii afdaneessa fi qabiyyee-bilisa dalagudha: Afaan Oromoon Wikiwwan jiran dubbisuu dandeessuedit
WIKIKOOTII QOOQAWWAN BIROON DUBBISAA!.... Ingiliffaa – Afrikoota – Afaan Albaaniyaa – العربية (Arabiffa) – Հայերեն (Armeniffa) – Azerii – Afaan Basque – Afaan Bosniyaa – Български (Afaan Bulgariyaa) – Afaan Catalan – 中文 (Chaayiniffa) – Afaan Kiroshiyaa – Afaan Kizech – Afaan Danish – Afaan Dach – Afaan Esperanto – Afaan Estoniyaa – Finnish – French – Galician – ქართულ (Georgian) – German – Ελληνικά (Greek) – עברית (Hebrew) – Hungarian – Icelandic – Indonesian – Italian – 日本語 (Japanese) – 한국어 (Korean) – Kurdish – Limburgian – Lithuanian – മലയാളം (Malayalam) – Norwegian (Bokmål) – Norwegian (Nynorsk) – فارسی (Persian) – Polish – Portuguese – Romanian – Русский (Russian) – Српски (Serbian) – Slovak – Slovenian – Spanish – Swedish – தமிழ் (Tamil) – తెలుగు (Telugu) – ไทย (Thai) – Turkish – Українська (Ukrainian) – Vietnamese – Welsh
|