Wq/om/Firaansis Baakoon

< Wq‎ | om
Wq > om > Firaansis Baakoon

Firaansis Baakoon (Amajji 22, 1561 – Eebila 9 1626tti), Nama falaasaa Ingiliz turee fi Abbaalangaa walii galaa Ingilaandi ta'ee tajaalileera.

  1. Without Shepherd sheep are not a flock.
    Tikee malee hoolonni hin gurmooftu. Firaansis Baakoon
  2. Knowledge is power.
    Beekumsi humna. Firaansis Baakoon
  3. Nothing is terrible except fear itself.
    Akka sodaa, wanti gidirsiisaan hin jiru. Firaansis Baakoon
  4. All colours will agree in the durk.
    Halluun hundinuu dukkanaan walii galu. Firaansis Baakoon
  5. Some books are to be tested, others to be swal lowed, and some few to be chewed and digested.
    Muraasni kitaaba ni dhamdhamu, muraasni ni liqimsu, baay'ee muraasni immoo alamfatamanii wal fudhatu. Firaansis Baakoon
  6. Fame is like a river, that beareth up things light and swollen, and drowns things weighty and solid!
    Beekamtiin akka lagaati. Salphaa fi habaqii wantota ta'an ni bololiisa. Cirrachaa fi ulfaataa waan ta'e dhidhimsa. Firaansis Baakoon
  7. Reading makes a full man, conference a ready man and writing an exact man.
    Dubbisuun nama guutuu nama godha, Konfiraansiin nama qophaa'aa nama godha, barreessuun ammoo nama sirrii nama godha. Firaansis Baakoon