Wq/om/Filatamoo

< Wq‎ | om
Wq > om > Filatamoo
  1. Albert Einstein - "Namni dogoggora tokkollee hin raawwanne nama waan haaraa hin hojjenne dha".
  2. Steve Jobs - "Yeroon kee daanga'aa dha, kanaafuu itti jiraachuu nama kan biraa hin balleessin".
  3. Bill Gates - "Guyyaa milkaa'inaa kabajuun gaaridha. Garuu, fuulleffannoo cimaa guyyoota kufaatii irratti kennuun barbaachisaa dha".
  4. Warren Buffet - "Amanamummaan kennaa baay'ee mi'aa dha. Namoota rakasaa irraa immoo hin eegin".
  5. Bruce Lee - "Yeroo hundumaa dogoggorri dhiifama qabaata, sun yoo walhubachuun jiraate qofa dha ".
  6. Albert Hubbard - "Waarshaan tokko hojii nama 50 hojjechuu danda'a. Waarshaan kamiyyuu yaada nama tokkoo illee hojjechuu hin danda'u".
  7. Robert Kiosks - "Kufaatiin warra sodaatan ni naasisa, garuu moo'attoota immoo ni jabeessa".
  8. Abraham Lincoln - "Karaan hunda caalaatti fuuldura kee ittiin tolchitu, fuulleffachuu fi ijaaruu dhaan".
  9. Audrey Hepburn - "Wanti kamiyyuu ni danda'ama". "Nothing is impossible, the word itself says "I'm possible".
  10. Maya Angelou - " Ani akkan baradhetti waan ati jettu namoonni ni irraanfatu. Namoonni waan ati hojjette ni dagatu. Garuu, namoonni akkamitti akka isaan gammachiifte hin dagatan".
  11. Mike Ditka - "Garee Warra Moo'attootaa keessaa kan baatu yoo yaaluu dhiifte qofa".
  12. Oromoo "Jiruun tun akka bishaan garbaati, inni yoomille hin tasgabbaa'u sumatu akka itti daakan barachuu qaba."

Addunyaa guutuu irraa kan caabotame.