ta'u magaalaa Maqedooniyaa Isteejiraa, Chaldiis, qarqara kaabaa Giriik durii keessatti dhalate.
- We would often be sorry if our wishes were grati fied.
- Hawwiin keenya yeroo raawwatamu yeroo baay'ee gaddatu nutti dhagahama. Aristootil
- Without friend no one would choose to live though he had all other goods.
- Waan hundumaa osoo qabaatee iyyuu eenyuyyuu hiriyaa malee jiraachuu hin filatu!. Aristootil
- To do two things at once is to do neither.
- Waan lama ergan takka hojjechuun lamaan isaa iyyuu hojjechuu dhiisuu dha. Aristootil
- A good reputation is more valuable than money.
- Maqaan gaariin qarshiirra gatii qaba. Aristootil
- Many receive advice few profit by it.
- Baay'een gorsa fudhatu, muraasni itti fayyadamu. Aristootil
- The bow too tensely strung is easily broken.
- Xiyyi baay'ee harkifame salphaatti caba. Aristootil
- A rolling stone gathers no.
- Dhagaan konkolaatu kosii baay'ee hin baatu!. Aristootil
- Aristootill (Giriik: Ἀριστοτέλης, Aristotélēs; 384 – 322 DhKD) saayintistii fi filoosofera Giriik yoo