Wq/om/Aleksaander Dumaas

< Wq‎ | om
Wq > om > Aleksaander Dumaas
  1. Pain is life, the sharper the more evidence of life.
    Dhukkubbiin jireenya. Adaduma cimaa deemuun irra caalaatti Jireenya mirkaneessa. Aleksaander Dumaas.
  2. Nothing succeeds like success
    Akka milkaayinaa kan milkaaye hin jiru. Aleksaander Dumas
  3. A good surgeon operates with his hand not with heart.
    Baqaqsee hodhaa gaariin harka isaan malee onnee isaan baqaqsee hin hodhu. Aleksaander Dumas
  4. All generalizations are dangerous, even this one.
    Hudumtuu duunyaatti balaafamaa dha. Inni kun mataan isaa iyyuu! Aleksaander Dumaas